Zechariah 14:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya gaafasi AABBO Waaqi nama ch'ufa mudamsiise, nami waan tahu wollaale nama wahela isa, ka isa d'aatu jiru, qabe balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Rabbi raafamaa fi sodaa waan isaanitti gad dhiisuuf namni maruu nama isa bira jiru qabee balaa itti buusa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Mootiin Waan Maraa waan guddoo naasisu isaanitti hin fida; nami tokko tokkonuu harkaan wol qabee, wol hin lola.