Zechariah 14:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ukubi hamaani akasi ammalle fardofi gaangefi gaalafi harrele qabata — hori nyaapa suni ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhukkubni hamaan akkasii busaawaa, faradoo, gaangiiwwan, gaallanii fi harriin diintota naannoo isaanii jiran maraa irratti dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhukkubi balaan sun ammalle fardoo, gaangee, gaalaa fi harree, horii addee quttumaa diinaa jiru duudii irratti hin bu'a.