Zechariah 14:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri Misirileeni jila Hoosa tolfachu dide, worrale d'ukubuma AABBO Waaqi gosa ch'ufa ta yau didde iti erguti qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Misiriillee ayyaana kabajju'uuf gara Yerusaalemii dhaqanii yoo Rabbiin afoo dhiyaachuu didan mootota nu'u gara Yerusaalemii ol baanee ayyaana daase'ee hin kabajjinu jedhan irratti dhukkubni nama fixu hin dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Gibxi'iille jila san jilifatiisaaf gara Yerusaalemii yoo ol hin bayin, bokkeya hin dhaggatanu; Mootiin Waan Maraa dhukkuba balaa, ka gosa biyya adda addaa ta gara Yerusaalemii ol baatee, jila gose'ee jilifatuu didde irratti fide san, isaan irralle'etti hin fida.