Zechariah 14:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargali worra Misiritiifi gosa d'ibi ch'ufa, ta jila Hoosa tolfachu didde qabatu, kana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri biyya Misiriitii fi mootonni biraa yoo ayyaana daase'ee hin kabajjinu jedhan adabbiin isaan irra gawu kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adabbiin worra Gibxi'iitii fi gosa biyya adda addaa, ka ol bayanee jila gose'ee jilifatiisa didanu duudii irratti dhuttu tana.