Zechariah 14:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi gosa ch'ufa woltiini d'ufe Yerusalemu haasisa. Dira qabani, maneeni saamani, nad'eeni buufatani. Gumi suni wod'akumati gargari kutani boojiani ta hafte woma intolchani dira keesati lakisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalemiin akka woraanan Rabbi banii wolitti qabee fida; qachattiin hin qabamti; manniin hin saamaman; dubartoota hunnaan qabanii gudeedan; banii keessaa wodhakkaa booji'anii fudhatan; worri hafan ammo qachattii keessaa hin bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gosi biyya adda addaa duudiin Yerusaalem akka lolanuuf wolitti isaan hin qaba. Qachaan sun hin qabatama; manni hedduun hin saamama; dubartoota hin gudeedan. Kolbaan gamisi booji'antee deenti; worri hafe ammoo qachaa keessaa hin bayu.