Zechariah 14:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya gaafasi agalo fardale dubbi tana irati qorani: Waan qulqulleesani AABBO Waaqaa olkayani. Okoteeni Mana Waaqaa keesa jirtu, akuma qorini ta fulla sorio Waaqaa baasani dura kayani qulqullo, qulqullo taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san malkata barreeffamaa bilbila qillisu ka morma faradoo maraa irra jiru irratti «ka Rabbiif fooyame» jedhutu barreeffama; otteen waa itti affeelan ka mana woyyumma'aa keessa jiru akka gabatee hulee ciinca'aa jiruutitti woyyooma.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san bilbila morma fardo'oo irratti, «Mootii Waan Maraatiif ka woyyoome» jedhamee hin barreeffama. Okkoteen Galma Waaqaa keessatti itti iffeelatanu akka qorii addee ciinca'aa irraatitti hin woyyoonti.