Zechariah 14:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Okoteeni Yerusalemufi Yudea keesa jirtu ch'ufa qulqullo jed'ani olkayani, aka huji kad'acha AABBO Waaqa Guddatini hojatani. Ammalle nami sorio Waaqaa baasu qori suniini fooni sorio d'aaba. Hojja guyyaani sunini gahe, dilaaltuni tokoleeni Mana AABBO Waaqaa keesati inhaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Otteen biyya Yerusaalemiitii fi biyya Yihuuda'aa keessatti argaman maruu ka Waaqa banii maraatii fooyame ta'a; namoonni ciincaa dhiyeessan maruu ottiin sanniinitti foon ciinca'aa diqqoo affeelan; hennaa san namni mana woyyuu Rabbii Gooftaa banii maraa keessatti daldalu hin argamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Okkoteen itti iffeelatanu ta Yerusaalem keessaatii fi Yihudaa keessaa duudiin, Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadeef ta woyyoonte hin teeti. Worri ciincaa dhikeessiisaaf dhufu duudiin, foon ciinca'aa itti hin iffeelan. Yennaa san Galma Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadee keessatti, nami daldalu tokkolle hin jiraatu.