Zechariah 14:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isani bale gaara kana gargari kutu keesa baqattani. Isani akuma ababooti teesani duri, gaafa hayyuuni Yuda, ka Uzia jed'ani, lafa fide, lafti chochoote baqatte, baqattani. Duuba AABBO Waaqi kiyya, malaika ch'ufa woliini, gad'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gaara hulee lamatti qoodamee haga Atsaalii gaye dhooqa kana keessa dheessitanii baatan; bara Ooziyaan Yihuudaa irratti mooyee lafti sochoote akkuma abboonni teessan ta durii itti dheessanitti dheessitan; Rabbi Waandhi kiyya woyyoota hiriirsee dhufa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dhooqa gaara addee lamatti qooddee haga Azeelii geettu keessa hin baqattan; akkuma bara Uziyaa mootii Yihuda'aa, abbootiin teessan tacho'a lafaa jalaa baqatte, isinille hin baqattan. Mootiin Waan Maraa Waaqi kiyya, ergantoota ifii duudii woliin hin dhufa.