Zechariah 14:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
yokhaani dukanale. Hojja ch'ufa ato halkanile taate ifsaati jira. Gaafa wonti kunini taatu nami beekhu AABBO Waaqa ch'alla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan Rabbiin biratti beekkame tokko wol faana dhufa; halkan waan ifti ifuuf halkanii fi guyyaan hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaan adda te'e, ka guyyaa yookiin galgala hin qanne, ka Mootii Waan Maraatiin beekkame tokko hin ite'a. Yennaa galgaloottu, ifi hin te'a.