Zechariah 14:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi hayyu lafa ch'ufaa tahe, nami ch'ufti aka Waaqa isa guddise maqa isaa ka AABBOTIINI isa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Rabbi adunyaa maraa irratti mooya; namoonnillee Waandhi akka isa callaa ta'e amanan; maqama isaa callaa waaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Mootiin Waan Maraa biyya lafaa duudii irratti mootii hin te'a; gaafas nami duudiin Mootiin Waan Maraa isa qofa akka te'e hin dhugeeffatan; maqaa isaa qofa waammatan.