Zechariah 2:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Gammada, sirba, worra Yerusalemu! Anini d'ufe isani keesa qubad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii Yerusaalemii ani waan dhufee isin keessa jiraadhuuf! faarfadhaa'a! gammada'alle'e! jedha» Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Isin kolbaa Xiyoonii, kunoo ani dhufee odduu teessan waan le'uuf, ilillisa'aa gammada'a» jedha.