Zechariah 2:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi gochiti hedduuni AABBO Waaqati d'ufte gumi isaa taati. Inni isani keesa tae, duuba isanileeni aka inni isaniti na erge beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san gofti worra Yihuudota hin taanee heddu Rabbiin wolii galanii ka isaa ta'an; inni isaan keessa jiraata; isin ka ana erge akka isa ta'e hubattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san gosi biyya adda addaa hedduun gara Mootii Waan Maraa dhufanee, gosa isaa hin te'an. Innille odduu isaanii hin le'a; akka Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade gara keessan na erge hin beettan.