Zechariah 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi lafa isaa qulqullo keesa Yuda d'aale Yerusalemu fohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni biyya woyyoomte keessatti Yihuudaa ristii ufii taasifata; Yerusaalemiinillee deebi'ee filata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa lafa woyyittii keessaa Yihudaa lafa ifii hin godhata; ammalle Yerusaalem hin filata.