Zechariah 2:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ta qara taani waan ta lameesotiini jette, Utaali, namicha kaima ka haada woini biimani harkaa qabuuni waan jettu, Taka tana diri Yerusalemu kunini guddate, namafi saileeni guute, naabole iti jaaru dad'abani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan duraa ka lammeesso'ootiin akkana jedhe, «gara ka'imticha haada waa bikkaniin harkatti qabateeruu fiigii ‹Yerusaalemiin keessatti waan baniin hedduutii fi busaawaan hedduu argamuuf dalloofni dhaga'aa kanniin maraa wolitti qabchuu hin danda'u› jedhii itti himi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Rukkisiitii dargaggeessa saniin, ‹Yerusaalem keessa kolbaa heddu'uu fi horiin hedduun waan jiranuuf qachaa dalleenni dhaka'aa itti hin ijaaranne teeti.