Zechariah 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle AABBO Waaqi waan jed'e, Anini naabo ibida tahe dira kana marse guddinna kiyya ch'ufaani keesa qubad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akka qachattii naannaya isi'ii akka dallawa ibiddaa ta'ee akka isii eeguu fi ulfinna ufiitiin akka achi jiraatu abdii kenneera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani adaala Yerusaalemiititti dalleya dhaka'aa ka ibiddaa hin te'a; isii keessattille ulfinnaa hin te'aaf› jedha Mootiin Waan Maraa» jedhiin.