Zechariah 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan gumi isaatiini jed'e, Anini qara lafa ch'ufati isani bitineese, ammo ammatana, isani worri boojiani, kakaa, lafa Babiloni keesaa baqad'a, Yerusalemuti gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani gara kallattii arfanittuu isin facaasee ture; amma garuu isin biyya gara kaabaatii ka'a'aatii dheessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani maddii afurittuu waan isin bittinneesseeruuf, lafa kaabaatii baqadha'a! Baqadha'a!