Zechariah 2:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami isani tuqe ya guma ilaa naa tuqe. Jennaani AABBO Waaqi Guddaani d'aamsa kanaani gara gosa gumi isaa saamte na erge waan jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni isin tuqe akka nama ija isaa tuqeetitti laallama; dubbiin hennaa Gooftaan ulfinnaa banii isin saametti na erge dubbate kanniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami isin tuqu gumaa ila tiyyaa tuqa» jedha; kana Mootii Waan Maraatittuu dubbate. Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ulfinna naaf kennee, gosa biyya adda addaa ta isin saantetti na ergee,