Zechariah 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqati isani had'e, nami duri isanii hojate garagale isani saama. Hojja woni kunini taate, nami ch'ufti aka AABBO Waaqi Guddaani na erge beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani amma harka kiyya isaanitti hiixadha; isaan worra isaan booji'anii bulcha'aa turanii garboota ta'an; achiin maayessa isin akka Waandhi banii maraa na erge beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, ani harka kiyya isaan irratti ol hin fudhadha; garbooti isaaniille isaan hin saaman» jedha. Achiin duuba isinille Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade akka na erge hin beettan.