Zechariah 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daayya d'ibi keesa AABBO Waaqi qaallicha gudda, Yoshua jed'ani, ka malaika AABBO Waaqaa dura eju na agarsiise. Ammalle Yoshua d'aatu, gama mirga, Sheet'ana isa himatuti eja.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi Iyyaasuu gadicha bulchaa gadootaa ka maleekkaa Rabbii afoo dhaabateeru mudhataan natti mudhise; seexanni Iyyaasuu himatu'uuf gara cinaa mirgaatiin dhaabatee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Hayyichi Guddaan Iyaasuun ergamaa Mootii Waan Maraa dura dhaabbateeruun, Seexannille Iyaasuu himatiisaaf midda isaatitti dhaabbateeruun natti mudhise.