Zechariah 3:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani malaikaani AABBO Waaqaa waan Sheet'anani jette, AABBO Waaqi si balleesinna, Sheet'ana! AABBO Waaqi, ka Yerusalemu jaalatu, si balleesina! Nami kunini qoraani ibidaa, ka ibida keesaa fuud'aniniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan Rabbii seexanaan «Ati seexanni! Rabbi si haa xixu! Rabbiin Yerusaalemiin jaalatu si haa xixu! namni kun bee akka muka ibidda keessaa hafee bayeetii» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa Seexanaan, «Seexana, Mootiin Waan Maraa si xixu! Mootiin Waan Maraa ka Yerusaalem filate si xixu! Namichi kun akka muka ibidda irraa butameetii motii ree?» jedhe.