Zechariah 3:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani waan worra isa woliini hojatuni jette, Woya t'uriti nami kunini keeyatu tana iraa baasa. Jennaani isiini waan Yoshuani jette, Anini ch'ubbu tante ya siraa fuud'e, amma woya hareeti atini keeyattu sii kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkichillee worra isa afoo dhaabatanii tajaajilaniin uffata xuraaye kana irraa mulqaa'a! jedhee isaan ajaje; Iyyaasu'uttillee gara galee «Ani yakka kee sii dhiiseera; uffata ulfinnaa haarawa sitti uwwiseera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan sun worra isa dura dhaabbateeru saniin, «Woyaa isaa xuroottuu san irraa baasa'a!» jedhe; Iyaasuulle'een, «kunoo, ani cubbuu teeti si irraa balleesseera; woyaa ulfinnaalle sitti hin uffisa» jedhe.