Zechariah 3:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isiini worra isi woliini hojatu kaaniini waan jette, Sure t'uri inqamne isaati mara. Duuba worri akuma suni tolche, woya hareetile, ato malaikaani AABBO Waaqa arti ejitu, iti uyise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkichi worra isa tajaajilaniin, «Marata qulqulluu mata'atti godha'aafii'i!» jedhee ajaje; isaanillee akkuma ajajaman godhan; uduu maleekkaan Rabbii achi dhaabateeru tajaajiltoonni isaa uffata haarawa Iyyaasu'utti uwwisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, «Marata mata'aa qulqulluu mataa isaatitti mara'a!» jedhe; isaanille adoo ergamaan Mootii Waan Maraa achi dhaabbateeruu, marata qulqulluu itti maranee, woyaalle itti uffisane.