Zechariah 3:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yoshua, qaallicha gudda ch'aqasi, ammalle qaalole wahela isaa isanileeni ch'aqasa, isani akheekha dansa milki ka d'ufu: anini hojattu tiyya ta Dame jed'aniini d'ufa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuu gadicha bulchaa gadootaa! kana dhagayi; isin worri isa woliin gadumma'aan tajaajiltanii fi waan mishaa durana ta'uufillee malkata taatan waan kana dhagayaa'a; ani tajaajilaa kiyya ka ‹Damee› jedhamee waamamu duranaa hin erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuu hayyicha gudda'a, dhage'i! Isin worri hayyumma'aan isa woliin tajaajiltanuu fi waan dansaa gara duraa te'uu jiruuf, beessisa teetane dhage'a'a: ani kunoo, dameen Daawitii garbichi kiyya akka dhufu hin godha.