Zechariah 3:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Yoshua dura d'akha toko, ka moga torba qabu, kaya. Anini d'akha suni irati wo t'aafe, duuba guyya tokooni ch'ubbu lafa tana iraa fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani afoo Iyyaasu'uutitti dhagaa tokko ka roga torbaa qabu dhaaba; isa irratti barreeffama mudhatu barreessa; ani yakka biyya tanaa guyyaa tokkoon balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani dhakaa iloo torba qabu tokko Iyaasuu dura hin keya; ani dhakaa san irratti barreeffama, «Ani guyyaa tokkotti yakkaa lafa tanaa irraa hin balleessa» jedhu hin barreessa.