Zechariah 4:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani naani dubbatte taani d'ufte, aka nama hiriba keesaa kaasani na kaafte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan na woliin qaaqa'aa ture sun deebi'ee natti dhufee akka nama hirribaa dammassaniititti na dammasse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan na woliin dubbataa ture sun deebi'ee dhufee, akka nama hirriibaa nama dammassuu na dammassee,