Zechariah 4:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'eeni, Mukhi ejersa ka mirgafi bita waan ifseeni ira ejitu jiru
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammallee akkana jedhee isa gaafadhe, «Munni ejersaa ka baattuu ibsa'aa bita'aa fi mirgaan dhaabatan kunniin fakkeenna maali'iiti?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, «Muki ejersaa lamaan ka waan issaan irra keyamu middaa fi bitaa jiru kun maan» jedhee ergamaa Waaqaa gaafadhe.