Zechariah 4:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle dameeleeni ejersa lamaani ka d'uyumti worqi d'aatu jirtu, ta d'ad'aani keesaa yau, maani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mukkiin ejersaa lamaan boobaa worqi'ii lamaan ka dhadhaan ejersaa keessaa jigu ladda jiran dameen muka ejersaa lamaan fakkeenna maali'iiti? jedhee gaafadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle ani, «Dameen muka ejersaa lamaan, ka uujjummee worqi'ii lamaan cina'aa zayitii ejersaa yaasanu maan?» jedhee gaafadhe.