Zechariah 4:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isiini waan naani jette, Atini imbeetu? Anini, Hiyo, Aabbo, imbeekhu jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee wonti kunniin maal akka ta'e hin beettuu?» anillee «Gooftaa kiyya hin beeku» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni anaan, «Ati wonni kun maan akka te'e hin beettu?» jedhe. Anille, «Ee goottaa kiyya, hin beeku» jedheen.