Zechariah 4:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isiini waan jette, Jari kuni lamaani worra Waaqi, abba lafa ch'ufaa, fohate muude aka worri huji isaa hojatu.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Kunniin namoota lamaan Rabbi muudee Gooftaa ardii maraa afoo dhaabatanii tajaajilan» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni, «Isaan lamaan kun Mootii Waan Maraa lafa maratti akka tajaajilanuuf worra muudame» jedhe.