Zechariah 4:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maani agarta? jette na gaafatte. Anini waan jed'eeni, Anini waan ifseeni ira ejitu, ka worqiini mid'aasani, arga. Gubba isii d'ameela d'ad'aa jira, ammalle ifse torbati ira ejaanja, ta tamu bututu bobeesaniini torba qabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ati arga'aartu maali'i jedhee na gaafate; anillee akkana jedhee deebiseef «Ani baattuu ibsa'aa ka ibsaa torbaa qabu arga; gubbaa isaa irra ottee sayitii ejersaatitu jira; ibsaan torbanuu qaawa miseensa jirbi'ii ibsa'aa keessa darbu qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maan dhaggiisatti jirta?» jedhee na gaafate. Ani deebisee, «Waan issaan irra keyamu ka worqii qofaan hujame, ka qoriin mataa isaa irra jirtu dhagga; issaan sun tokko tokkoon isaatuu uujjummee torba mataa irraa qaba.