Zechariah 4:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle ejersa lamati d'aatu isi mirgafi bita jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baattuu ibsa'aa biratti mukkiin ejersaa lamaan ottee bita'aa fi mirgatti mudhata» jedhee isaa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan issaan irra keyamu bira, muki ejersaa lama middaa fi bitaa qori'iititti jira» jedhe.