Zechariah 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan naani jette, Atini imbeetu? Anini, Hiyo, Aabbo, imbeekhu jed'eeni. (
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «Wonti kunniin maal akka ta'e hin beettuu? naan jedhe; anillee «Gooftaa kiyya! ani hin beeku» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille, «Ati wonni kun maan akka te'e hin beettu?» jedhee na gaafate. Anille, «Ani hin beeku, goottaa kiyya» jedheen.