Zechariah 5:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan naani jette, Lafa Babiloni geesani — achiti mana iti jaarani. Eegi mana suni ijaarani, sanduqa suni fulla mid'aasanifi keesa d'aabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Gara Sanaa'oorii fidanii mana isaa ijaaru'uuf ta'an; manni ijaaramee yoo dhumateen maayessa keeshee achi kaayan» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Mana saaxaraa saniif ijaariisaaf gara Baabilonii geessaaran; mana ijaaranee fixaneen duuba saaxaraa san achi keyan» anaan jedhe.