Zechariah 5:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani waan anini arge na gaafatte, jennaani anini waan jed'eeni, Woraqata barisu arge jed'eeni. D'eerinni isaa d'und'uma diddamaati, ballinnileeni kud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkichi «maal arga'aarta?» jedhee na gaafate; anillee «kitaaba maramaa dheerinni isaa meetira kudhaniitii fi badhinni isaa meetira shanii ka qilleensa irra barara'aaru arga'aara» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ergamaan Waaqaa, «Ati maan dhaggiisatti jirta?» jedhee na gaafate; anille deebisee, «Kitaaba maramaa dheerinni isaa ciqilee diddama, badhinni isaa ciqilee kudhan te'e tokko gubbaa irra ka'uun dhagga» jedheen.