Zechariah 5:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani isiini waan naani jette, Woraqata suni irati abaarsa lafa ch'ufa keesa ergani irati t'aafani. Gama isii toko waan irati t'aafani, Hattu ch'ufa lafa keesaa balleesani; gama kaanile wonti irati t'aafani, Nama waan d'ara kakhatule lafa keesaa balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «kitaaba maramaa san keessatti abaarsa biyya marattuu dhufutu irratti barreeffameera; kitaabni maramaan sun gara tokkoon, ‹Hattuun maruu lafa irraa bada ka jedhu yoo ta'u gara biraatiin ammo ‹worri sobaan kakatan maruu hin badan» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Innille, «Kun abaarsa lafa duudii irratti dhufu. Kitaaba maramaa san gama tokko irratti, ‹Nami hatu duudiin lafa irraa hin bada› ka jedhutti jira; gama kaan irralle'etti ‹Nami dharaan kakatu duudiinille hin bada› ka jedhutti jira.