Zechariah 5:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini woraqata abaarsa ira t'aafani kana lafa keesa erga; duuba inni mana hattu ch'ufafi ka nama waan d'ara kakhatuti seene, mana suni keesa tae, balleese gargari jissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa «Ani abaarsa kana hin erga; inni gara mana hattootaatii fi gara worra sobaan maqaa kiyyaan kakata'aa dubbatanii maraa seena; abaarsi sun hennaa mana isaanii seene achi turee manniin isaanii maraa hin diiga jedha» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Mara Ka Waan Mara Dade, ‹Ani abaarsa gara mana nama hatuutii fi gara mana nama dharaan kakatuu seenu hin erga; inni mana isaanii keessa turee, mana isaanii mukaa fi dhakaa isaalle hin balleessa› jedha» jedhe.