Zechariah 5:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, Maani jed'e gaafad'e. Isiini waan naani jette, Sanduqa ka ch'ubbu lafa ch'ufa akheekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee «wonti kun maali'i?» jedheen, innillee «wonti kun keeshee cubbuu biyya marattuu ta'a'aaru mudhisu» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille, «Wonni kun maan?» jedhee gaafadhe. Inni deebisee, «Kun kollonjoo cubbuu lafa duudii irratti hujantu mudhisu» jedhe.