Zechariah 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ammalle millad'e jennaani nad'eeni lama ta koola jajaba aka baboaloona qabdu, ta gara kiyya barriftu arge. Worri sanduqa kaani fuud'e barise itiini d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa ol jedhee laalu dubartoonni lamaa barara'aa natti dhufan; koolli isaanii akka koola shaallo'oo jaba'a; isaan keeshee san lafaa fuudhanii gara sami'ii ol bararan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ol ilaalee, dubartooti lama koolaan ka'aa gara kiyya dhuttuun dhagge; koolli isaanii akka koola qonga'aa jira; isaan saaxaraa san fuudhanee lafa irraa ka'anee, gubbaa irra koolaan ka'ane.