Zechariah 6:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ammalle olmillad'e, maro tana gaari afuri, ka jiddu gaara sibiila daalacha lama gabahu, arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mudhata biraa gaariin fardaa afurii gaarran lamaan sibiila diima'aa jiddu'uu hennaa bayan arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammalle ol ilaalee, garreettaan fardaan harkifamu afur gaarota sageettu'uu lamaan wodhakka'aa bayanee dhufanuun dhagge.