Zechariah 6:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Heldaifi Tobiafi Yedayaani worri boojiani baasu fud'ad'u, kai, hojuma suni deemi, mana Yosia, ka ilma Sefania, d'aqi. Worri kuni ch'ufti lafa boojiani iti geesani ta Babiloniti dachae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati meeti'ii fi worqii worri baqatan Eelhaadaayi, Xoobbiya'aa fi Yidaa'iyyaan kennan fuudhii uduu hin turre ammuma qabii gara mana Iyyoosiyaasii ilma Sofoniyaasii deemi; namoonni kunniin maruu worra booji'amanii Baabiloonii dacha'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Heldaayi, Xobiiya'aa fi Yedaa'iyaa worra biyya Baabiloniititti booji'amanee deebi'ane irraa meeti'ii fi worqii fuudhiitii, gaafasuma gara mana Yosiyaasii ilma Sefaaniya'aa dhaqi!