Zechariah 6:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan jettuuni, AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Namichi Dame jed'ani sunini aka dansaa fulla jiru suniiti late bahe Mana AABBO Waaqaa jaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedha jedhii isatti himi, «Haafni hulema ufiititti waan babadhatuuf namni maqaan damee qaba jedhamee waamamuu kana; inni hulema jirutti biqilee beekkamaa ta'a; inni mana woyyuu Rabbii deebi'ee ijaara.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Iyaasu'uun, Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ‹Namichi damee jedhamu tokko asi jira; inni addee ifii jirutti damee baafatee waan banqaaquuf, Galma Mootii Waan Maraa hin ijaara.