Zechariah 6:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ruufti suni Heldaifi Tobiafi Yedayafi Yosiaa qaabacha taati, Mana AABBO Waaqaa keesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gulloo ulfinnaa sun mana woyyummaa Rabbii keessatti yaadannoo Heeleem jedhamu Heeldaayii, Xoobbiyaa, Yidaa'iyya'aa fi ulfinna Iyyoosiyaasii ilma Sofoniyaasii ta'ee taa'a» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kallachi isaalle Heelemiif, Xobiiya'aaf, Yedaa'iya'aaf, Heenii ilma Sefaaniyaatiif Galma Mootii Waan Maraa keessatti yaadannoo hin te'a.