Zechariah 6:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaari qara fardoole dadaamati hirkisa, ka lameeso guguraatiti hirkisa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaariin jalqabaa faradoo didima'aan harkifama; gaariin lammeesso'oo faradoo gugurra'aan harkifama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Garreettaan fardaa ka qaraa fardoo arrowaan, garreettaan lammeesso'oo fardoo daama'aan,