Zechariah 6:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka sadeeso bororati hirkisa, ka afreeso dadaamititi hirkisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka sadeesso'oo faradoo adiidi'iin harkifama; ka arfeesso'oo ammo faradoo odole'een harkifama; isaan maruu jajjabaa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka sadeesso'oo fardoo bororaan, ka arfeesso'oo fardoo buburre'een harkifamaniiyyu; marti isaaniituu jajjaba.