Zechariah 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini malaikaani, Aabbo, wonti kunini maani? jed'e gaafad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani maleekkaa na woliin dubbata'aa ture saniin «Gooftaa kiyya gaariin fardaa kunniin fakkeenna maali'iiti?» jedhee isa gaafadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani ergamaa Waaqaa ka na woliin dubbatiisatti jiruun, «Ee goottaa kiyya, garreettaan fardaa kun maan?» jedhee gaafadhe.