Zechariah 6:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan naani jette, Kunini qilleensa afuri, ka ammumatana abba lafa ch'ufa iraa d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Kunniin maruu qilleensa kallattii arfaniiti; isaan gooftaa ardii maraa afoo dhaabatanii tajaajilan biraa amma reefuu baya'aaran» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, «Isaan kun qilleensa ol-gubba'aa ka maddii afurii ti; isaan worra Goottaa lafa duudi'ii tajaajiliisa irraa dhufane» anaan jedhe.