Zechariah 6:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fardooleeni daamooti akuma gabaateeni, hurifte lafa keesa yaate sot'e. Malaikaani waan jetteeni, Beena, lafa keesa yaa, soqa, wo barbaada. Duuba worri iti d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faradoon jajjabaan hennaa bayan biyyoota tooyatu'uuf ariifata'aa turan; maleekkichi isaaniin «Deema'aa biyya tooyadhaa'a!» jedhe; isaanillee biyya tooyatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fardoon jajjabi yennaa baate, lafa qorqoriisaaf worraaqatteertiiyyu. Ergamaan Waaqaa isaaniin, «Lafa duudii keessa deddeema'a» jedhe. Isaanille lafa duudii keessa deddeemane.