Zechariah 6:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani malaikaani iyyite waan naani jette, Fardi mirga qajeele yayu dallansu AABBO Waaqaa qabaneese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa maleekkichi Faradoon gara biyyoota kaabaa deeman akka dheekkamsi Rabbii qabbanaayu godhan» jedhee gara kiyya iyye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergamaan Waaqaa na waamee, «Fardoon gara kaaba Baabilonii dhaxxe, mufiin Waaqaa akka qabbanoottu goote» jedhe.