Zechariah 7:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haad'a hiyyeesatiifi hiyyeeyifi keessumafi yokhaani nama wo inqamne tokole indabsina. Aka woliyakitani wolballeesitani immalatiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoota abbaa worraa hin qabne, worra isinitti galanii jiraatanii fi worra rakkatanii isin keessa jiraatan hin hucuucinaa'a; wol miidhu'uuf hin yaadinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haadhotii hiyyeessaa, ijoollee haadhaa fi abbaa hin qanne, orma, yookiin hiyyeeyyii hin miicina'a. Gadhaa keessan keessatti hantuu woliif hin yaadatina'a› jedha» jedhe.