Zechariah 7:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gumiini tiyya mataa jabaatte na ch'aqasu didde gurra duufatte
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan garuu kana dhagawuu didanii morkatan; dhagawuu didu'uuf gurra ufii cufatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo dhage'uu didanee, mataa jabaatane; akka hin dhageenneefille gurra ifii cuqqaalatane.